የጂቡቲ ጦር ዳር ድንበራችንን አልፎ በኢትዮዽያ ጦር ላይ ጥቃት የሚያደርሰው ለምን እንደሆነ ወቅታዊ ፖለቲካዊ ትንተና ያላችሁ ምሁራን ሀሳብ መስጠት ይቻላል።
For those who read and understand Afaan Oromoo, the following was reported. Based on this brief hint, contemporary political analysis is welcome.
---------------------------------------------------------------------------------------------------------------------
Oduu: Mohaammad Tasammaa guyyaa kaleessaa ibsa dhimma RIB irratti yeroo kennu RIb Jibuutii Rib itiyoophiyaa hin rukunne jechuun waakkachuunsaa beekamaadha.
Haata’u malee haleeyyaa RIB jibuutii looltoota itiyoophiyaarratti rawwataniin Rib kaabbii daangaa Jibuutiirra jirutti heedduutu wareegame. Guyyaa har’aa kanas Reeffa warra wareegamanii mootummaan gara biyya isaaniitti erguu waan dideef akkasumas rukutamuun isaanii iyyuu soba jedhee waakkachuun baayyee nama rifachiisa. Hiriyyootni RIB itiyoophiyaa keessa jiranis bilbilaan Warra wareegaman maatiif himaniiru. Nus guyyaa har’aa kana jechuun 15/2/2012 Godina saba oromoo walloo aanaa arxummaa fursii Ganda Qilee iddoo addaa Mudhi Naqaa jedhamutti gadda ykn taasisaa taa’aa jirra. Mootummaa sobduuf kijibduun kun waan addunyaan ijaan arguuf ilaalu soba RIB Jibuutii Rib itiyoophiyaa hin rukunne jechuun soba adii nu sobde. Obbolootni keenya RIB keessa jirtan kan quuqama sabaa qabaattanii maatiidhaan hirmii tufaa jettan galatoomaa!!
---------------------------------------------------------------------------------------------------------------------