Waa'ee walitti gurmaa'uu paartilee
Paartiin Badhaadhummaa gama diinagdee qofaan osoo hin taane, kabajaan, bilisummaan akkasumas badhaadhummaa sab-daneessa Itoophiyaa keessatti dhugoomsuu akka danda’uuf, humnoonni faffaca’anii jiran walitti sassaabamuudhaan gurmuun dhaabbannee biyya Itoophiyaa geggeessuuf murteessuun keenya murtoo guddaa dha.
Re: Waa'ee walitti gurmaa'uu paartilee
Please wait, video is loading...