Humni addaa oromiyaa fincila kaase.
Ajajaa humna addaa oromiyaa opireeshinii salaalee kan ta’e komaandar #Lammaa_dagaagaa waraana 28 waliin ajjeefamuun mirkanaayee jira. Kanarraa ka’uudhaan kan makkalaakayaan bosona seenee waraanuu dide nus hin waraannu jechuudhaan poolisiin humna addaa oromiyaa fincila kaasanii jiru. Rifaatuu tanaanis shimallisii fi komishiniin poolisii oromiyaa bilbilaan wal atakaraa jiru.
