Ethiopian News, Current Affairs and Opinion Forum
Yoomessa
Member
Posts: 818
Joined: 11 Mar 2010, 07:55

❤️✔️❤️ Harkaa Fuune

Post by Yoomessa » 01 Aug 2020, 16:55

❤️✔️❤️ Harkaa Fuune


Yeroon yeroo Afaan Oromoo baratan akka ta'e siif hin galle taanaan duutee jirta!

Jiraatti si lakkaa'uu?

Qeerroon dhufe!


lonG livE OromiYa

Yoomessa
Member
Posts: 818
Joined: 11 Mar 2010, 07:55

Re: ❤️✔️❤️ Harkaa Fuune

Post by Yoomessa » 01 Aug 2020, 17:08

Lolli keenya hanga Galaana Diimaatti! Alaabaa keenya achirra dhaabnee, barruu Taaddasaa Birruu barreesse "Kun sagalee bilisummaa Oromooti" uummata bal'aaf dubbisna.

Post Reply