Ethiopian News, Current Affairs and Opinion Forum
AbebeB
Member+
Posts: 7694
Joined: 15 Oct 2016, 10:31

Top clandestine. ያዝ በለው ይህን ሌባ ጠ/ሚ/ር፡፡ ኦሮሞን ሊሸጥ ሲዋዋል ተያዘ፡፡

Post by AbebeB » 25 Jun 2020, 14:46

Top clandestine. ያዝ በለው ይህን ሌባ ጠ/ሚ/ር፡፡ ኦሮሞን ሊሸጥ ሲዋዋል ተያዘ፡፡ Watch the image and video attached below.

Santu_Seera!!
Qabsoon ummata Raayyaa ittisa Biyyaa keessa galte!!
Waltajjii Abiyyi Raayyaa ittisa Biyyaa wajjiin gaggeesse irratti Jeneraal Adam Mohammed ” Paartiin ummataan filame EPRDF diigameera; Raayyaa ittisa Biyyaa hanga Filannoon gaggeeffame Paartii ummata filame Aangoo qabatutti Dirqamni keenya birmadummaa biyya Eegsisuudha malee; Paartiin Seera qabeessa hin ta’iin Bilxiginnaan akka barbaadetti RIB seeran ala Biyya keessa ajaje ummata ficisiisu hin qabdu” jadhe fuuldura Abiyyi dhaabbatee dubbate!! Yaada kana Jeneraalticha qofa osoo hin taane Ajajoonni Raayyaa ittisa Biyyaa kan irratti walii galaniidha!!

Abiyyi Filannoo gaggeessuu baannaan ummata Oromoo qofa miti kan fuulbana booda Mootummaan Seera qabeessa ta’e hin jiru jedhu; guutuun Biyyatti Fincilaaf of qopheessaa jirti! Abiyyi Jaalala Aangoo dhiisaa yeroon Filannoo iddoo isheetti deebisaa?
Bilxiginnaa iddoo hunda keessatti wal Caccabsaa jirti Wal dhageesisaa!!