Ethiopian News, Current Affairs and Opinion Forum
fasil1235
Member
Posts: 2168
Joined: 01 Jul 2018, 08:58
Location: Sululta

Letter to Jaal Maroo

Post by fasil1235 » Today, 04:58

Bineensatu jira
kan nama fakkaatee
Dargaggeessa Oromoo
kumaatama nyaatee

Dhiiga Sabaa dhugee
kan abiddaan gubee

Qomookoorraa hiike
Horma hidhachiisee
Saba nagaan ture
wareersee Iyyisiisee

Qe'eerra Buqqisee
sirbee itti Shubbisee

Irratti weellisee
alagaa reebsisee

Hedduun nama se'ee
duukaadhuma kaata
Warabeessa kana
kan arge Muraasa

Amma martuu baree
bineensa ta'uusaa
dargaggeessa hedduu
ciniinee qaluusaa

Cursed be the day you were born