Noble Amadam, help me out here!
Posted: 24 Jun 2024, 15:54
Please decode what these boys are saying in the following "statement"?
Faandoo?
They say even the wind and the earth are against us? Who else is then for them?Eeyyen ABOn gaachanaa fi kallacha Bilisummaa Oromooti! Har'as "adda keenya rasaasaaf laanna malee kaayyoo qabsaahonni Oromoo itti wareegaman gannee PPtti harka hin laannu" akkuma jedhetti cichoominaan haala danqaa hamtuu keessatti qabsoo gaggeessaa kan jiruu fi bara dachii fi qilleensi illee ololaan qabsoo keenya cabsee Oromoo harka qullaatti hambisuuf aggaamametti" Eenyu hiikkataan? Eenyu hiikkachiisaan?" jechuun, gootummaa fi haqaan saba isaaf amantummaa kan muldhise ABOn ilma hangafaa FI ILMA GUDEEDAA Oromoo tahuusaa wareegamaa fi kutannoon mulisuu itti fufee jira.
Faandoo?
Please wait, video is loading...