Page 1 of 1

Casualty following NEB of Ethiopian Empire in West Wallaga, Oromia.

Posted: 15 Apr 2021, 20:00
by AbebeB
ምርጫ ቦርድ ጥፊ ከቀመሠ በኃላ ነበር ጉሊ ሶ ኦሮሚያ እንጂ ኢትዮጵያ ላለመሆኑ ዕውቅና የሠጠው፡፡
Please wait, video is loading...
Gootota Oromiyaa
Wallagga lixaa ,A/Gullisoo Magaalaa #Calliyaa tti guyyaa 6/8/2013 Sa'a 8:00 irratti Murni Shiftaa Mootummaa jedhee of waamu dhimma filannoof hojjettootaa Misoomaa f i Ekteenshiniidhaaf leenjii kennuuf osoo marii eegaluuf deemuu #Jajjabeen Magaalaa seenee dhukaasa banuun eegduu waltajjicha #HAO sadii ajjeesuun waltajjii ishee bittinsee jira.