Page 1 of 1

Abiy & his allies are worried about the growing strength of WBO/Oromo Liberation Army!

Posted: 03 Apr 2021, 16:35
by Sadacha Macca
Yaaddoo guddaan yeroo ammaa Oromiyaa keessatti Bilxiginnaa mudate poolisiin addaa Oromiyaa WBOn walitti bu’uu didaa jiraachuudha. Humni addaa Oromiyaa hedduun yeroo irraa yerootti WBOtti makamaa dhufe. Fedhii WBOtti duuluu dhabee jira. Sababa kanaaf humna biraa Oromiyaatti bobbaasaa jiru. Liyyuu Haylii Amaaraa fi Loltootni Eertiraas Oromiyaa seenuun himamaa jira. Akkanumas godhanii akka barbaadanitti dubbiin tahuufii diddee jirti. Bosona gubanii dhukaasa banuun WBO keessaa balleessina jedhanii sochiin eegalanis hin milkoofne. Magaalaa tokko tokkotti gara tokkoon WBOtu jira; gama kaaniin poolisiin addaa Oromiyaatu jira. Yeroo haala saniin wal moggaa yaa’antu mul’ata. Kuni kan agarsiisu poolisiin addaa Oromiyaa WBOtti bu’uu diduu fi Ummatni ammoo humna WBO kana haala malee waliin hojjachaa jiraachuudha. Kuni Bilxiginnaatti yeroo ammaa yaaddoo guddaa tahee jira. Kana kan fide karaan nagayaa guutumaan guututti cufamee ummatni mootummaa irraa abdii dhabuudha. Yeroo ifatti Oromoon filannoo keessaa baafamee humni faallaa Oromoo filannoo geggeessuuf dhiichisu Qeerroo fi Qarreen Oromoo garaan callisee ilaaluu yeroo dadhabu carraan isaanii WBOtti makamuu tahaa jira.

Roughly translated as:

''The biggest worry that is facing Bilxigina in Oromia is that the Oromia special police is refusing to fight the OLF. Many Oromia special force memberss have joined OLF from time to time. He couldn't successfully defeat. For this reason they are sending another force to Oromia. It is being said that Amhara and Eritrea soldiers are entering Oromia. The thing is not go WBO. It's not going as they want. The movement they started by burning the forest and opening fire to remove WBO from it was not successful. In some cities there is OLF on one side; on other side there is Oromia special police.
This shows that the Oromia special police is refusing to fight WBO and the people are working with the force of WBO without any condition. This is a big concern in Bilxigina right now. The reason behind this is the closure of peaceful struggles, and people are losing hope from the government. When Oromo parties are/is removed from the election, qeerroo and qarree can't watch silently, their choice is to join WBO.''

Re: Abiy & his allies are worried about the growing strength of WBO/Oromo Liberation Army!

Posted: 03 Apr 2021, 18:14
by AbebeB
Sadacha Macca wrote:
03 Apr 2021, 16:35

Sadacha Macca kiyya,
Haqa jiru gabasuu keyitiif galatoom. Garuu ammo, wani akanaa tun nuyi giddutti ka dubatamtu malee kan akka dhageysuu Afaan Oromoo hikuuf itti dhamaanu mitti.
Akkan na qub qabaatu nin amana.

Re: Abiy & his allies are worried about the growing strength of WBO/Oromo Liberation Army!

Posted: 03 Apr 2021, 18:25
by tolcha
AbebeB wrote:
03 Apr 2021, 18:14

Hmmmmm, icciti ta'u issati egga amma! Those who kill innocents are cursed and won't see any fruit in their struggle. All those who kill peasants are primitives, whoever he /she is.