Page 1 of 1
❤️✔️❤️ Harkaa Fuune
Posted: 01 Aug 2020, 16:55
by Yoomessa



Harkaa Fuune
Yeroon yeroo Afaan Oromoo baratan akka ta'e siif hin galle taanaan duutee jirta!
Jiraatti si lakkaa'uu?
Qeerroon dhufe!
lonG livE OromiYa
Re: ❤️✔️❤️ Harkaa Fuune
Posted: 01 Aug 2020, 17:08
by Yoomessa
Lolli keenya hanga Galaana Diimaatti! Alaabaa keenya achirra dhaabnee, barruu Taaddasaa Birruu barreesse "Kun sagalee bilisummaa Oromooti" uummata bal'aaf dubbisna.