Page 1 of 1

QBO አስቸኳይ መግለጫ ሰጠ፡፡ አብይ (አብዮት ካሣዬ) ሥልጣን እንዲለቅ ተጠየቀ፡፡ እስከአሁን ነቀምቴና አምቦ አመጹን እየመሩ ናቸው፡፡

Posted: 09 Jun 2020, 23:42
by AbebeB
#Breaking_news!! #Amboo!!
Maaltu wal irraa hafa guyyaa Xiiqii!!

Qeerroo Amboo Fincila xumura gabrummaa (Warraaqsa Galaana ummataa) Waxabajjii 4/ 2012 hanga Waxabajjii 7/ 2012 Mormii Laggannaa gabaa guyyoota sadiif turu labsaniiru!! Dhaamsa akkuma bara wayyaanee nuti Qeerroo Amboo Tokkummaan qabsoo hanga Bilisummaa Oromoof Walabummaa Oromiyaatti itti fufuuf qophii barbaachiisu hunda xummurreerra Ummaatni Oromoo, Qeerroo Oromiyaa Bahaa, Dhihaa, kaabaa, Kibbaan akka nu waliin dhaabbattan Dhaamsa Oromummaa isiniif goona!!

IYYA IYYA DABARSAA!!
KA’I OROMOO FALMADHU? KA’I QEERROO FALMADHU?