Ethiopian News, Current Affairs and Opinion Forum
DefendTheTruth
Senior Member
Posts: 12894
Joined: 08 Mar 2014, 16:32

Obbo Taye Danda'a warned Jaanjoo Mohammed

Post by DefendTheTruth » 06 Mar 2020, 16:46

I think Janjoo's day's are now numbered. His primary enemy is his own long tounge.

He associated himself with someone who publicly admitted to have stolen another person's personal and other state secrets, under the warden of the latter.

I am affraid Jaanjoo will never come out of this quagmire in the future without accounting for it.

He claimed he knows about it, without being even asked about it.

"Odeessa Dabalataa!
Hanna irratti!

Darajjee Begii Gurraadhala 02/2012 dabtaroota hataman lama harkaa qabaatuu hime. Dabtarooti sunniin icitii mootummaa Oromiyaa guguddaa ofirraa akka qaban ibseera. Dubbiin kun laayyoo miti. Icitii mootummaa hatuu fi dhoksuun yakka biyya ganuuti. Yakki akkasii mirga wabii hin kennisiisu. Kana biratti qabeenyi dabataroota waliin hatame jira. Hannichi ogummaan raawwatame. Gurmuu Maafiyaa yakkicha keessaa harka qaba jechuu dha. Sun hanna ulfaataa jedhama. Waan wabii kennisiisu miti. Ammoo Darajjeen Marroo bira deemuu akka barbaadu fb irratti deddeebi'ee dhaadataa tureera. Haala akkasii keessatti mirgi wabii qarshii 30, 000 qofaan eegamuun nama dhiba. Akkamiin ta'e? San qoratee dhugaa baasuun qooda poolisiiti.

Dubbiin Darajjee raajii fidaa jirti. Nama Darajjee caalaa waan Darajjee beekutu as bahe. Jawaar Mahaammad dhimma Darajjee irratti hardha odeessa kenne. Akka Darajjeen yakka hin raawwatin beekuu isaa dubbate. Kun baayyee mishaa dha. Namni haga Darajjeen of beeku caalaa Darajjee beeku argame jechuu dha. Otoo Darajjeen icitii hatame harkaa qabaatuu ifaan dubbatuu Darajjeen bilisa ta'uu fi dubbichi wal-dhaba dhuunfaa ta'uu barreesse. Akkamiin bilisummaa Darajjee beeke? Ofii qoratee qulqulleesse moo namarraa dhagaye? Ammoo icitii mootummaa hatuun akkamitti wal-dhaba dhuunfaa jedhama? Jawaar dhimmicha dhiyeenyaan beeka jechuu dha. Akkas taanaan namoota hanna san raawwatanii fi nama karaa INBOX Darajjeetti dhaamsa erges hin wallaalu. Abbaa hachisiises beekuu mala. Tun poolisii dhimmicha qorataa jiruuf galtee guddaa dha. Akkasitti qorannoo poolisiif tumsa gochuun mishaa dha! Yakka ittisuu fi saaxiluun dirqama namummaati. Garuu poolisii arrabsuun rakkoo dhala. Nama dhuunfaas ta'ee jaarmaa mootummaa arrabsuun yakka nama gaafachiisu ta'uu warri hin beekne haa baru!

Nagayaan bulaa!"

Übersetzung anzeigen
Keine Fotobeschreibung verfügbar.
Bild könnte enthalten: Text
Keine Fotobeschreibung verfügbar.
Please wait, video is loading...

tlel
Member
Posts: 1559
Joined: 28 Dec 2019, 14:24

Re: Obbo Taye Danda'a warned Jaanjoo Mohammed

Post by tlel » 06 Mar 2020, 17:05

The Oromos are flirting with colonialism, today's colonialism is using religion and economy to conquer.

Post Reply