Ethiopian News, Current Affairs and Opinion Forum
DefendTheTruth
Senior Member
Posts: 12895
Joined: 08 Mar 2014, 16:32

Business As Usual: The Case of The Double-Tongue

Post by DefendTheTruth » 23 Feb 2020, 05:43

The double-tongues (Arab-lamees) will never change. They came out shamelessly, for they have no shame in the first place, and tried to post a statement which is not even clear what the message they would like to convey with it.

They appeared to condemn the savage killing of a police commissioner in Burayu, a Suburb of Addis Ababa, but turned to blame the government in the same short statement, without clearly saying the government itself was the culprit of the killing.

The government has already stated that there are people who are arrested in connection with the killing and they seem now already to attempt to distance themselves by trying to condemn the killing but then instantly turn around and use the occasion to blame the government.

Was killing perpetrated by the government according to your assessment? Or somebody else? Why didn't you try to state your own preliminary findings of the crime before rushing to the public and appearing to condemn something that you have not yet made any assessment about?
Please wait, video is loading...
Furmaata Waliigalaatiif Hojjechuutu Nageenya Biyyaa fi Lammiilee Mirkaneessa
(Ibsa ABO – Gurraandhala 22, 2020)

Ka’umsa dubbii fi ragaaleen biroo dhimma kanaan wal qabatan maal akka tahan beekuu baannus ajjeechaa fi miidhaa biroo guyyaa kaleessaa (Gurraandhala 21, 2020) magaalaa Buraayyuutti raaw’atame kan lubbuun Komiishiner Sololmoon Taaddasee itti galaafatame ni balaaleffanna. Lubbuu badee fi miidhaa qaamaa dhaqqabeen kanneen miidhamaniif gadda nutti dhagahame ibsachaa maatii miidhamtootaafis obsaa fi jajjabina hawwina.

Namoota ykn. qaamota murtaawan irratti qiyyaafachuudhaan haleellaan akkasiis tahe dhiibbaan bifa kamiinuu gaggeeffamu rakkoo biyya kanaa daran babal’isa malee furmaata waaraa ni argamsiisa jennees hin amannu. Rakkina siyaasaa fi nageenyaa guutuu biyyattii keessatti bifa gara garaatiin mul’atutti furmaata nagaa fi waaraa barbaaduuf Mootummaan gaafatamaa fi gahee ol’aanaa qaba. Humnootni siyaasaa biyya kanaa hundis kana keessatti gahee isaanii bahachuun dirqama. Ummanti bal’aanis rakkoon akka Ummataattis tahe akka biyyaatti harkaa nu qabu kana keessatti mala furmaataa fi maddeen rakkinichaa wanneen tahan addaan baasee akkaataa rakkinootni jiran furmaata waaraa itti argatan irratti tumsa gama isaa gochuuf dammaqinaan sossohuun barbaachisaa dha jennee amanna.

Waan taheef haala itti rakkinni siyaasaa fi nageenyaa yeroo ammaa duumessaa yaaddoo guddaa biyya kana irratti uwwisee jiru kun furmaata waaraa argachuu danda’u irratti hundumtuu dirqamaa fi gaafatama isaa hafuura itti gaafatamummaa ol’aanaadhaan akka bahatu Addi Bilisummaa Oromoo cimsee gaafata. Hundaa olitti ammoo Mootummaan bilisummaa fi nageenyi lammiilee kan itti mirkanaawuu danda’u furmaatni waliigalaa haala itti argamu uumuudhaaf itti gaafatama seenaa kan akka mootummaatti ofitti fudhate bahachuun murteessaa tahuu gadi jabeessinee yaadachiisna.

Injifannoo Ummata Bal’aaf !

Adda Bilisummaa Oromoo
Gurraandhala 22, 2020