Page 1 of 1

@OMN: Obsi daangaa qabaachuu qaba, Callisnis nuuf haa gahu! Waamicha ABO irraa Oromoota hundaaf dhiyaate.

Posted: 09 Jan 2020, 20:07
by AbebeB
Obsi daangaa qabaachuu qaba, Callisnis nuuf haa gahu! Waamicha ABO irraa Oromoota hundaaf dhiyaate.

Yaa Oromo ka’i! Yaa QBO Oromoo ka’i. Falmatne malee garbummaan nurra hin deemtu!
Mariyadha, waliifis dadabrsaa.

http://ayyaantuu.org/obsi-daangaa-qabaa ... -haa-gahu/