30 Aagzi [residues in Abiy’s army] was reportedly dead.
7 Campus evacuated
Guyyaa har’aa Onkoloolessa 2, 2019 guutummaa Lixa Oromiyaa (Wallaggaa) keessatti Lola wal irraa hin cinne WBOfi Agaazii gidduutti geggeeffamaa ooleen Agaazii 30 ol ajjeeffamteetti! Wallaggaa iddoo gara garaatti Agaaziin Kaampii 7 ol gadi dhiistee baqqatteetti! Guyyuma har’aa Humni Special Commando Agaazii (RIB) jadhamu Ilmaan Oromoo qulqulluun badii tokkoon malee Nama 6 Wallaggaa iddoo gara garaatti Ajjeessaniiru!! Waliigalteen (Araarri) kaleessa kanaaf Araara sobaati Janna! Majan Qabsoon hanga. Bilisummaa Oromoof Walabummaa Oromiyaatti itti fufa Gaaticha Jaarraa 21ffaa [Jaal Marroo] Irraa Qabsoon itti fufa!
Injifannoon kan ummata Oromooti!
Link: https://kichuu.com/gaaffiin-ummata-orom ... nii-lixaa/
Re: @OMN: Oromo’s Victory Documented by Oromo Liberation Army (OLA)
Abiot madiat's Agazi is fake Agazi filled with gudelaAmharu and some Gudifechas and Mogassas like Meshrefet. The real Agazis had abandoned the Army more than 1 year ago and are now watching GudelaAmhara and wedimedhin.
Re: @OMN: Oromo’s Victory Documented by Oromo Liberation Army (OLA)
We know they can't stand these hoes.

