@Oromia: ለኦሮሚያ ዜጎችና ትውልደ ኦሮሞ ሆናችሁ በውጪ ሀገር ለምትኖሩ ሀገራዊ ጥሪ ቀርቧል::
Posted: 02 Oct 2019, 15:37
Eegdoonni Warraaqsa Oromiyaa (ORG) ibsa Fulbaana 20, bara 2019 baseen akka beeksisetti, Oromoota ce’umsa Oromia ooganani muudee jira.
Oromooni hundi fi dhalooni Oromiyaa kana beekudhaan Oromoota warra ce’umsa ooganani waliin akka hojjetnu fi gargaaru waamichi abbaa biyyuummaa dhiyatee jira. Kana booda labsii fi qajeelfamni EPRDF irraa gara Oromyiaa dhaqu fudhata akka hinqabne hubachuun barbachissadha jedha mee jira.