Here you talk about olantumaa seeraa (rule of law)
and on your own back side they talk such a thing.
A sad history.
Obbo Taye Danda'a wrote : "someone who ate my goat will going to talk by his own" on his facebook.Gabaasa Marii hogganoonni ODP mangoddoota godinoota irraa waamaman waliin godhame dhageenyee jirra. Qabiyyee marichaa ammatti dubbachuu hin barbaadu. Adeemsa walgachaa irratti badii muldhate garuu waa jechuun fedha.
1) Dhimma uumame kanaafi rakkoo waliigalaa Gaadisa Hoggansa Oromoo jalatti furuuf waliigallee beellama qabannee osoo jiruu, beellama san diiganii dhoksaan namoota waamanii marii fakkeessaa gochuun rakkoo furuuf fedhiin akka hin jirre agarsiisa.
2) Gumii Abootii Gadaa, Abbootii amantaa, jaarsota biyyaa dubbii kana guyyaa duraa irraa qabanii jidduu deemaa turan osoo hin affeerin dhiisanii marii biraa gochuun daneefi sirna diiguudha. ( Abbaa Gadaa Goobana affeerraa isaanii malee dhaqee seene)
3) Dhaabbilee siyaasaa osoo hin affeerin bakka isaan hin jirretti arrabsuufi qeequun sirna osoo hin taane hamiidha.
Dhaamsa
- Hoggansa ODPf: wanti har'a gootan tooftaa dulloomaadha. Dubbii hiikuu osoo hin taane ni hammeessa. Gaaddisa jalatti deebi'aa ilaafi ilaameen mari'anna. Waliigallu waliin deemna, waldadhabnu wal eebbifnee adda baanee murtii ummataatti dhiheeffanna.
- Jaarsoliin godinootaa dhuftan, jarri waan isaan deeggartaniif isin yaamanis, dhugaa Oromootiif sodaa malee dhaabbachuufi dubbachuu keessaniif ulfaadhaa.
DefendTheTruth wrote: ↑27 Oct 2019, 14:09You are good at gathering the people and telling them something but at the SAME TIME you can't tell that you didn't know what is happening at your own backside.
Here you talk about olantumaa seeraa (rule of law)
and on your own back side they talk such a thing.
A sad history.
I thought they are you favorite Phacker; now sliding to whom? Wether you run up and down, Arsi would phack you. Stinky hybrid degenerate!