
Cibiraan shanan gibee
Injifannoo WBO g/jimmaa aanaa limmuu saqqaa ganda maroo jedhamutti
April 11/2021 jechuun guyyaa har’aa
Lola adeemsifameen
Sinaypera 1
Kilaashii 5
Boombii 10
Rasaasa. 459
Mooraa qabsoo bilisummoa oromoof galii gochuu danda’ee Jira.
Gadaan gadaa xumura garbummaati!