Magaaloonni Lixa Oromiyaa 12:- Dambii Doolloo, Gidamii, Jimmaa Harroo, Qeebee, Qeellem, Giraayi, Qaaqee, Najjoo, Mandii, Laaloo, Beegii, Gullisoo, Assabii Keessaa Caasaan OPDO diigamee To’annoo Ajajaa WBO Zoonii Lixaa #Jaal_Marroo jala Seenuun Bilisummaa isaanii Labsataniiru!
