#Dhaadannoo: መፈክሮቹ
1.Abiyyi fi RIB Diina keenya, WBOn Gaachana keenya,
2.Ajjeechaa duguugaa Sanyii (Genocide) ummata Oromoo irratti Abiyyi raawwachaa jiru ni balaalleffanna (STOP Killing Oromo People),
3.Abiyyi Nafxanyaadha; Nafxanyaa ummata bakka hin buutu, Hatattamaan Aangoo gadi dhiisuu qaba,
4.Nafxanyaa waliin jiraachuu hin barbaannu, Keeyyanni 39 hatattamaan Hojii irra akka nu oolu barbaanna,
5.Down Down Nafxega, , Down Down Shimalis, Down Down Abiy, Down Down prosperity party,
6.Dhaamsa: Qeerroo Hararghee Ka’i? Qeerroo Jimmaa Ka’i? Qeerroo Wallagga Ka’i, Qeerroo Walloo KA’I? Qeerroo Arsii KA’I? Qeerroo Baalee KA’I?
Qeerroo Shawaa KA’I?
Qeerroo Boorana KA’I?
Qeerroo Finfinnee KA’I?
Qeerroo Dirree Dhawaa KA’I?
Qeerroo Jijjigaa Ka’i?
Qeerroo Asoosaa KA’I?
Qeerroo Awwaasaa Ka’i?
Mirga Abbaa biyyummaa Oromiyaaf FALMADHU?….
