አብይ ከሃዲ የነፍጠኛ ልጅ ነው፤ ጀዋር ከሕይዎታችን በላይ ነው ይላል፡፡ ኦፒዲኦ ጊዲፈቻ እንጂ የኦሮሞ ልጆች አይደሉም ይላል፡፡ ሽመልስ አብዲሣ የተገኘበትና ብልግና ፓርቲ የተዋረደበት ስብሰባ ላይ ነበር፡፡ ሽመልስ አብዲሣ በባሌ የተሸለመው እውኔታ ፈረስ ሣይሆን ውርደት ነበር፡፡
#ODUU_AMMEE! Salphinni Bilxiginnaa akkuma itti fufeetti jira!
“Guyyaa har’a Magaalaa Naqamteetti waltajjii Marii Bilxiginnaa haala yeroo irratti galma Magaalaa Naqamteetti Kaabinoota Wallaggaa Afran irraa dhufaniin gaggeeffamaa turte gara mormiitti jijjiirameetti!! Gaaffiilee waltajjii irratti gaafataman keessa;
1. Command post Wallaggaa, Gujii, Boorana, irraa maaliif hin kaafamne?
2. Humni Command post ummata jumlaan fixaa eenyu bulchina?
3. Yoo Command post Wallagga, Gujjii, Boorana irraa hin kaafamne ta’e filannoof ummaatni akkamitti Qophaaya?
4. Raayyaa ittisa Biyyaa Qaama hidhatee sochoo’u dhiise maaliif ummata nagaa Qellama Wallaggaatti nama 80 ol guyyaa lama keessatti fixa?
5. Waraanni ani Biyyaafiin dhaabadhe jadhu Daa’imman, haadhoolii Manguddoo maaliif akka sareetti ajjeessa?
6. Ummataa mitii nuti warri Biyya bulchina jannu ummata keessa akka itti sochuunu dhabne jirra Raayyaa ittisa Biyyaa akkuma ummata reebuutti nuus reebaa jira?…fi..kkf jadhanii waltajjichi gara mormiitti jijjiirame guyyaa Boriitti dabarsaniiru..Naqamtee bilbila malee Interneetii waan hin hojjanneef hadaraa gabaasa bilbila siif kanniine kana qileensa irra nu oolchi”
Abiy Ahmed Asmaraa jira Waltajjiin Bilxiginnaa Magaalaa Naqamtee irratti akka Fashalaa’ee biraan ga’aa?
#Abiy_Must_go!!
https://kichuu.com/oduu-ammee-salphinni ... etti-jira/




